Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts- 24 June 2015

submitted by Oromia Press on 06/24/15 1

Dhaggeeffatoota keenya kabajamo, Kun qophii keenya Waxabajjii 24, bara 2015 ti. Har’a Tibbanaa fi Mala Jireenyaa qabna. Tibbanaan keenya gara Naayiroobii nu geessa; dhimma baqattoota Oromoo irratti kan xiyyeefatee dha. Qophii Mala Jireenyaa keessatti dhimma Bilisummaa Oromoo fi Tokkummaa Oromoo irratti yaada marii qabna. Gaaffiin Oromoo tokkummaa moo bilisummaa dha? Keessummeessiuun, an Lalisee Wadaajoo ti. Oduu haráaf immoo Dhaabasaa Waaqjiraa toora irra jira. Ittin Dhiyaadhaa. Oromo Voice Radio broadcasts to Oromia on Wednesdays, Saturdays and Mondays at 7:00 PM local time at 16 MB or 17850 kHz. Oromo Voice Radio is operated by Madda Walaabuu Media Foundation.

Leave a comment

Be the first to comment

Collections with this video
Email
Message
×
Embed video on a website or blog
Width
px
Height
px
×
Join Huzzaz
Start collecting all your favorite videos
×
Log in
Join Huzzaz

facebook login
×
Retrieve username and password
Name
Enter your email address to retrieve your username and password
(Check your spam folder if you don't find it in your inbox)

×