Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts- 22 June 2015

submitted by Oromia Press on 06/22/15 1

Akkam jirtu dhaggeeffattoota keenya kabajamoo, Kun Sagantaa keenya Waxabajjii 22 bara 2015 ti. Har'a Qophii Addaa fi Oromia Insight qabna. Qophiin keenya Addaa haala baqattoota Oromoo Keeniyaa keessa jiraatan irratti kan xiyyeeffatu. Dhimma kana irratti Miseensa Koree Hawaasa Oromoo Naayirobii waliin Gaaffii Deebii goonee jirra nu hordofa. Har'a sababa hanqina yerootiin qophii Hundee hin qabaannu. Qophiin keenya Afaan Ingiliffaa, “Oromia Insight” yeroo isaa eeggatee dhiyaata. Keessummeessituun Ayyaantuu Damee ti. Gara Qophii Keenyaatti dhiyaadha!! Oromo Voice Radio broadcasts to Oromia on Wednesdays, Saturdays and Mondays at 7:00 PM local time at 16 MB or 17850 kHz. Oromo Voice Radio is operated by Madda Walaabuu Media Foundation.

Leave a comment

Be the first to comment

Collections with this video
Email
Message
×
Embed video on a website or blog
Width
px
Height
px
×
Join Huzzaz
Start collecting all your favorite videos
×
Log in
Join Huzzaz

facebook login
×
Retrieve username and password
Name
Enter your email address to retrieve your username and password
(Check your spam folder if you don't find it in your inbox)

×