Nagaan haa dursu! Har'a Waxabajjii 15, bara 2015. Qophiileen keenya qophii Addaa fi Oromia Insight dha. Qophii Addaa keessatti Gaaffii Deebii Barreessaa fi Qopheessaa Fiilmii Oromoo Amana , Gammadoo Jamaal waliin taasifame kutaa xumuraa isiniif dhiyeessina. Qophii keenya Afaan Ingiliffaa, “Oromia Insight” yeroo isaa eeggatee dhiyaata. Keessummeessiuun Lalisee Wadaajoo ti. Oduu immoo Dhaabasaa Waaqjiraatu isniif dhiyeessa. Oromo Voice Radio broadcasts to Oromia on Wednesdays, Saturdays and Mondays at 7:00 PM local time at 16 MB or 17850 kHz. Oromo Voice Radio is operated by Madda Walaabuu Media Foundation.