Simbirtuu: Oduu fi qophii IMALAA. Imala keessatti seenaa Oromoo fi Itoophiyaa kan Abbaa-baahiree wabeeffatanii barreeffamaa bahanii fi jiran (tariis barreeffamuuf jiran) dhugaa qabeessummaan isaa gaaffii keessa jiraachuusaa ilaalla.