Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast-25 May 2015

submitted by Oromia Press on 05/25/15 1

Akkam jirtu dhaggeeffattoota keenya kabajamoo? Kun Sagantaa keenya Caamsaa 25 bara 2015 ti. Qophiin keenya Hundeen, dhimma qabeenya Turizimii fi loogii imaammata mootummaa Itoophiyaa irratti xiyyeeffata. Qophii keenya Afaan Ingiliffaa, “Oromia Insight” immoo dhimma filannoo Itoophiyaa irratti gabaasota addaddaa walitti qindeessuu irratti kan xiyyeeffatee dha. Hunda dura kan dhiyaatu, Oduu dha; keessummeessituun keessan Ayyaantuu Damee ti. Amma gara oduu har'aattin isin dabarsa. Oromo Voice Radio broadcasts to Oromia on Wednesdays, Saturdays and Mondays at 7:00 PM local time at 16 MB or 17850 kHz. Oromo Voice Radio is operated by Madda Walaabuu Media Foundation.

Leave a comment

Be the first to comment

Collections with this video
Email
Message
×
Embed video on a website or blog
Width
px
Height
px
×
Join Huzzaz
Start collecting all your favorite videos
×
Log in
Join Huzzaz

facebook login
×
Retrieve username and password
Name
Enter your email address to retrieve your username and password
(Check your spam folder if you don't find it in your inbox)

×